mee maali - remedan chimesa lyrics
nan gaggaafadha nan iyyaafadhaa
karrashii dhaqeen ala dhaabadhaa
ishee nan bantu an hin saaqadhuu
mee akkamin lixee an ishee haa fudhuu
na hattee nan hatameefi
na boojitee nan booji’ameefi
na boojitee nan booji’ameefi
na hattee nan hatameefi
na boojitee nan booji’ameefi
na boojitee nan booji’ameefi
qalloon kuni jabdhuudhuma natti seentee
onnee nahatte maali malli, maali malli
qalloon kuni jabdhuudhuma natti seentee
onnee nahatte maali malli, maali malli
mee maali mallii mee maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallii mee maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
utuun xuuxee xuxxuxuxee
mormaan jala lixee gororashii gororashii
mormaan jala lixee gororashii
utuun suufee sussuusufee
mormaan jala lixee shuruufkaashii shuruufkaashii
mormaan jala lixee shuruufkaashii
guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
an of quban qabu gaarummaakeen kadha
utuun si argadhee kolfii hin qabu daangaa
utuun si arginuu kudhan ofiin oodaa
guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
an of quban qabu gaarummaakeen kadha
utuun si argadhee kolfii hin qabu daangaa
utuun si arginuu kudhan ofiin oodaa
mee maali mallii mee maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallii mee maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
siifan jooree jajjawaaree
karaa mana keeti mamamaaree mamamaaree
karaa mana keeti mamamaaree
utuun simboo keessan laalee
ijaan si milladhee dararkaawee dararkaawee
ijaan si milladhee dararkaawee
guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
an of quban qabu gaarummaakeen kadha
utuun si argadhee kolfii hin qabu daangaa
utuun si arginuu kudhan ofiin oodaa
guyaan dalagadhuu halkan nan dhaabadha
an of quban qabu gaarummaakeen kadha
utuun si argadhee kolfii hin qabu daangaa
utuun si arginuu kudhan ofiin oodaa
mee maali mallii mee maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallii mee maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
mee maali mallikoo maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
maaloo maali mallii
Random Song Lyrics :
- loop - yolo flava lyrics
- sipping - quin3d! lyrics
- da baddest (clean) - gorilla zoe lyrics
- johnny drives a beater - the cowboys lyrics
- devil's estate - witchcastle lyrics
- mithlond (hihelga remix) - professeur promesses lyrics
- wishy washy - anweezy lyrics
- despicable you - yacbook radio lyrics
- eshoki - e.l lyrics
- shabrang | شبرنگ - sartaqari lyrics