gome riki tu - minilik nafxanyaa bineensa - gome riki tu lyrics
ka’ee geeraruu laa
narraa hin fokkisuu laa
ani maalan geerara geeraraan qellem jira
goonni geeraree hin quufne
eebbisaa addunyaa ture
maalan godharee garuu
dachiin itti haa salphattu
lubbuun isaa haa jannatu
qabsoon dhiigan eegalte kun galma geessi hin haftu
hip hop nan wallisa
diina qe’ee roorrisu, namni maalif callisa
utuu utuu utuu
utuu akka garaa kootii
oromia biyyi koo arruma bilisoomti
akka garaa ta’aaree, marqaan galaa ta’aaree
sangaa fardaa dulloome utaalcha gaafatuuree
ilma namaa gabroome, boo’icha gaafatuuree
boo’an bilisoomuure
yoo bosona galani ,wbo tti makatani
gaafas kan jannoomani gabrummaadhaa ba’aanii, bilisummaaf ga’ani
gumaa ijoollee keetiif kaatee bosona hin galtuu
siif lola jira oromo kaatee wbo irra hin gortuu
Random Song Lyrics :
- trouble - smiley lyrics
- rap game - mister rapologie lyrics
- per te - i santo california lyrics
- style - ebony day lyrics
- nice guys finish last - horrorshow lyrics
- ouest end - l'armoricain lyrics
- blessed be your name - coffey anderson lyrics
- enuma elish - shade of hatred lyrics
- öffentlicher nahverkehr - dota lyrics
- mówisz mi jak mam żyć - gedz lyrics